Dhiirti gaafa Dura fuutu lakkoofsa bilbila Jartii isaa akkas jedhe save godha. 👉 Lubbuu kooFudhee waggaa tokko yeroo geessu Maqaa Jijjiireeti akkasitti save godha 👉 Jartii tiyyaFuudhe waggaa 2ffaa irratti Akkas jedhee save godha. 👉 ManaFuudhe waggaa 5ffaa irraatti Akkas jedhee save godha. 👉 HitlerFudhee waggaa 10ffaa irraatti Akkas jedhe save godha.👇 👉 Lakkoofsa DogogoraaTrue shit!😂😁😂😁😁😂 @Orosarcasm">@Orosarcasm@Orosarcasm">@Orosarcasm
The Biggest Official Oromo channel on Telegram 🔛Nutti dhihaatta 🚶 🔛Jaalalaan nurraa qabamta💓 🔛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😀 🔛asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna. Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot